Oduu biyya keessaa ABO Shanee 33 irratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Godina Wallaggaa Bahaatti olaantummaa seeraa kabachiisuu fi nageenya mirkaneessuuf tibba kana kojii opireeshiinii gaggeefameen ABO Shane 33 irratti…
Oduu biyya keessaa Daayrektarri naannawwaa Afriikaatti Sagantaa Nyaataa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UNDP) Ahuunaa… Wabi Fufa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Daayrektarri naannawwaa Afriikaatti Sagantaa Nyaataa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UNDP) Ahuunaa Iziiyakonwaan Maqalee galan.…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Beenishaangul Gumuuz ajjeechaa fi Miidhaa Godina Matakkaalitti… Wabi Fufa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Beenishaangul Gumuuz ajjeechaa fi Miidhaa Godina Matakkaalitti raawwatameef dhiifama gaafatee. Waltaajjii…
Oduu biyya keessaa Uummattonnii fi mootummaan naannoo Affaar meeshaalee nyaata Birrii miiliyoona 9 tilmaamu naannoo… Obse Wakgari Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Uummattonnii fi mootummaan naannoo Affaar meeshaalee nyaata Birrii miiliyoona 9 tilmaamu naannoo Tigraayiitti argamuun laataniiru. Deeggarsicha…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa waliin marii’atan Wabi Fufa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa Peekaa Haaviistoo waliin…
Oduu biyya keessaa Fooraamiin biizinasii Ityoo- Hindii gaggeeffame Wabi Fufa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Fooraamiin biizinasii Ityoo- Hindii filannoowwan invastimantii Ityoophiyaatti argamurratti xiyyeeffate Hindi Niiwu Dalhiitti gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa agarsiiftuu eenyummaa waloo lammiilee Ityoophiyaa hundaati – Dooktar Hiruut… Wabi Fufa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Injifannoon Adwaa agarsiiftuu eenyummaa waloo lammiilee Ityoophiyaa hundaati jedhan Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee taasifataniif dhimmoota garagaraa… Wabi Fufa Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee taasifataniif dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Jigjigaa barattoota sababa vaayrasii koroonaatin barnoota isaanii adda kutanii turaan… Obse Wakgari Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jigjigaa barattoota sababa vaayrasii koroonaatin barnoota isaanii adda kutanii turan kuma 10 ol barsiisuuf simachuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni humna oomishaa ta’uu isaaniitin xiin-sammuu isaaniirratti hojjetamuu qaba jedhame Obse Wakgari Feb 10, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Dargaggoonni humna oomishaa ta’uu isaaniitin xiin-sammuu isaaniirratti hojjetamuu qaba jedhameera. Magaalaa Jimmaatti mariin hawaasa…