Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Wallaggaa barattoota kuma 4 fi 103 simate Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Wallaggaa Barattoota haaraa kuma 4 fi 103f simannaa taasiseera. Yuunvarsiitichi Waxabajjii 28 -30, 2013 bulchiinsa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Humni qilleensaa Ityoophiyaa miseensota haaraa leenjii bu’uuraa loltummaa leenjisaa ture… Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Humni qilleensaa Ityoophiyaa miseensota haaraa leenjii bu'uuraa loltummaa leenjisaa ture eebbiseera. Humni qilleensaa kun miseensota kanneen…
Biiznasii Magaalaa Guddattuu Dheeraatti meeshaaleen Kontiroobaandii too’atame Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Magaalaa Guddattuu Dheeraatti meeshaaleen Kontiroobaandii birrii miiliyoona 1.6 olitti tilmaamamu too’atamuu ibsameera. Godina Arsii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Filannoo Nagalleetti filannoon adda citee ture gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Naannoo Filannoo Nagalleetti filannoon adda citee ture ha’a sa’aatii 12:00 eegalee gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Imaammannii fi tarsiimoon nyaata mannee barnootaa biyyaleessaa ifoome Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Imaammannii fi Tarsiimoon nyaata mannee barnootaa biyyaleessaa ifoomeera. Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar Geetahuun Makuriyaan…
Idil Addunyaa Preezdaantiin duraanii Afrikaa Kibbaa Jaakoob Zuumaa poolisiitti harka kennan Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Preezdantiin duraanii Afrikaa Kibbaa Jaakoob Zuumaan naamuusa dhaddachaa cabsuun hidhaa irratti murtaa’e fudhachuun poolisiitti harka…
Oduu biyya keessaa Yeroo tokkotti tokkummaan danuu taanee dameewwan hedduu yaa milkeessinu – Dooktar Abiy Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Yeroo tokkotti tokkummaan danuu taanee dameewwan hedduu yaa milkeessinu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Danuu…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 196 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 196 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’aniiru. Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti aragaman gara biyyaa deebisuuf…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Kamiil Dirree Dawaatti argamuun Biqiltuu dhaaban Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiil Dirree Dawaatti argamuun biqiltuu dhaabaniiru. Aadde Mufariyaat hoggansa bulchiinsa…
Ispoortii Taphoota Waancaa Awurooppaan Ingiliizii fi Xaaliyaaniin xumuraaf ga’an Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa eda galgala taphatameen Ingiliiz Deenmaark injifachuun tapha xumuraaf dabarteerti. Ingiliiz Deenmaark 2 fi 1n…