Chaayinaan michuu Ityoophiyaa murteessituudha – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Mariin Siyaasaa jalqabaa Ityoo – Chaayinaa sadarkaa Ministir Deettawwaniitti gaggeeffameera.
Marii viidiyoo Konfaransiin gaggeeffameerratti…