Idil Addunyaa Beejiing hobomboleetti cirrachaa makateen dha’amte Obse Wakgari Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC)- Magaalaan guddittii Chaayinaa Beejiing waggoota kudhani asitti hobomboleetti cirrachaa makateen hammaataadha jedhame dha’amteetti. Samiin…
Biiznasii Sadarkaa Finfinneetti waldaan Eeggumsa mirga Shamattootaa hundaa’e Sifen Megersa Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Sadarkaa Finfinneetti waldaan Eeggumsa mirga Shamattootaa ifatti hundaa’uu Biiroon Daldalaa magaalichaa beeksiseera. Hundaa’uun waldichaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaannoonni 296 Sa’uud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an Obse Wakgari Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa 296 Sa’uud Arabiyaarra gara biyya deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksisee. Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa…
Oduu biyya keessaa Tomboolaan lotarii lammiin lammiif abbaa carraaf kenname Sifen Megersa Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Tomboolaa lotarii lammiin lammiif jedhamu abbaa carraaf kennameera. Carraan Lotorii Tomboolaa ba’ee sababoota adda addaatiin osoo abbaa carraaf…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen waraanaa seeraan ala mana nama dhuunfaa keessatti kuufamee ture to’atame Sifen Megersa Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Naannoo Sidaamaa bulchiinsa magaalaa Cikkoo fi magaalaa Hawaasaa kutaa Taabooritti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa hedduun to’atamuu…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Yibalxaal eeggataa Komishinara Baqattootaa Sudaan waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddarri guutuun Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon eeggataa Komishinara Baqattootaa Sudaan Ibraahiim Abdallaa waliin…
Fayyaa Waggaa dhufuu hanga baatii Muddeetti lammiilee %20f talaallii vaayrasii koroonaa laachuuf hojjetamaa… Obse Wakgari Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC)- Waggaa dhufuu hanga baatii Muddee 30, 2014tti lammiilee %20f talaallii vaayrasii koroonaa laachuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gambeellaatti Rooba Buubbee make roobeen namaa fi qabeenyarra miidhaan ga’e Sifen Megersa Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) – Naannoo Gaambeellaa aanaa addaa Itaangitti Rooba Buubbee make roobeen namaa fi qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsameera. Jilli…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 30 darbe Sifen Megersa Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Goojjam Bahaa aanaa Hulatti Ijjuu Innaseetti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 30 darbuu ibsameera.…
Idil Addunyaa Ameerikaan lammiilee miiliyoona dhibba 1f talaallii Covid- 19 laatte Sifen Megersa Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Ameerikaan lammiilee miiliyoona dhibba 1f yoo xiqqaate yeroo tokko talaallii Covid- 19 laachuu ishee beeksiifte. Bulchiinsi Preezdaant Joo…