Biyyoonni ollaa biqiltuu Ityoophiyaan dhiyeessitu dhaabuuf waktii mijataa eeggachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Biyyoonni ollaa biqiltuu Ityoophiyaan dhiyeessituuf dhaabuuf gabatee yeroo mijaata kaa’uu Komishiniin Eeggumsa Naannoo, Bosonaa fi Qabeenya…