Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 2 fi 351 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) -Lammiileem Ityoophiyaa kumni 2 fi 351 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksiiseera.…
Ispoortii Atleet Yoomiif Qajeelchaan dorgommii Daayimand Liigii Osilootti gaggeeffameen injifate Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) – Atleet Yoomiif Qajeelchaan dorgommii Daayimand Liigii meetira kuma 3 Osilootti gaggeeffameen injifateera. Dorgommii Daayimandi Liigii meetira…
Oduu biyya keessaa Paarkii yaadannoo artiist Haacaaluu Hundeessaa keessaa biqiltuun dhaabame Obse Wakgari Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Paarkii yaadannoo artiist Haacaaluu Hundeessaa Boonsaa keessaa biqiltuun dhaabameera. Dhaabbii biqiltuchaarratti hoggantoonni kutaa magaalaa Nifaas…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT riqicha Takazee barbadeesse Obse Wakgari Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT sararaa deeggarsa dhorkuuf ta’ee jedhe riqichaa Takazee barbadeessuu ibsameera. Garichi waliigaltee dhukaasa dhaabuu…
Oduu biyya keessaa Dhiyeessii deeggarsa namoomaa Naannoo Tigraayiif midhaan kuntaallii kumni dhibbi 4 kuusaa… Sifen Megersa Jul 1, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Mootummaan Federaalaa Dhiyeessii deeggarsa namoomaa Naannoo Tigraayiif midhaan kuntaala kuma dhibba 4 kuusaa gidduugalaa Maqaleetti kuusuu Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an deebisanii ijaaruuf qindoominaan hojjetamaa… Sifen Megersa Jul 1, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Lammiilee Saa'ud Arabiyaarraa deebi'an deebisanii ijaaruuf dhaabbileen mootummaa fi miti mootummaa qindoominaan hojjechaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misoomaa Afrikaa ijaarsa Paarkiiwwan Indaastirii Qonnaaf deeggarsa kan taasiisu ta’uu… Sifen Megersa Jul 1, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allebal Baankii Misoomaa Afrikaatti Daayreektera sagantaa Kaantirii Ityoophiyaa fi itti…
Idil Addunyaa Laabsiin waraana dhaabuu Ityoophiyaan hojiirra oolchite tarkaanfii abdii qabu ta’uu Raashiyaan… Obse Wakgari Jul 1, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Laabsiin waraana dhaabuu Ityoophiyaan hojiirra oolchite tarkaanfii abdii qabu ta’uu Raashiyaan beeksifte. Mootummaan Ityoophiyaa laabsii waraana…
Oduu biyya keessaa Aanaa Zuwaay Dugdaatti kirkirrii lafaa fi mallattoon dhoo’insa voolkaanoo muudate Obse Wakgari Jul 1, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Godina Arsii aanaa Aanaa Zuwaay Dugdaatti kirkirrii lafaa fi mallattoon dhoo’insa voolkaanoo muudateeera. Itti gaafatamaan waajjira bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Boordiichi bu’aawwan filannoo mirkaneeffamaan ifoomsaa jira Obse Wakgari Jul 1, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa bu’aawan filannoo mirkaneeffamaan ifoomsaa jira. Boordichi bu’aa filannoo naannolee hundaa ibsuun irra…