Ameerikaan tarkaanfii dhukaasa dhaabuu Ityoophiyaan fudhatte kan deeggartu ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Ameerikaan tarkaanfii dhukaasa dhaabuu Ityoophiyaan fudhatte kan deeggartu ta’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa biyyattii ibsa…