Naannoo Gambeellaatti qormaanni kuta 8ffaan Waxabajjii 28 irraa eegalee ni laatama
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti qormaanni kuta 8ffaan Waxabajjii 28 hanga 30, 2013 irraa eegalee akka laatamuu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksise.…