Oduu biyya keessaa Tajaajilli tola oltootaa gannaa damee fayyaa eegale Obse Wakgari Jul 1, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Tajaajilli tola oltootaa gannaa damee fayyaa eegaleera. Tajaajilichi mata duree ‘damee fayyaa hirmaannaa tola oltootaa hawaasa fayyaa qabeessaaf’…
Oduu biyya keessaa Daandiin saffisaa Mojoo-Maqii-Baatuu hariiroo daldalaa Afrikaa Bahaa akka si’eessuu ibsame Obse Wakgari Jul 1, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Daandiin saffisaa Mojoo-Maqii-Baatuu hariiroo daldalaa Afrikaa Bahaa akka si’eessuu ibsameera. Daandiin saffisaa Mojoo-Maqii-Baatuu fi proojektoonni…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Leencoo Baatii hogganaa olaanaa misoomaa Fandii Saa’udii waliin mari’atan Obse Wakgari Jul 1, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Saa’uud Arabiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Leencoo Baatii hogganaa olaaaa misoomaa fandii Saa’ud Arabiyaa Al Maarishaadii fi daareektara waliigala…
Oduu biyya keessaa Hospitaala Alartitti giddugalli namoota dhibee Sammuu qabanii dandamachiisuu ijaaruuf dhagaan… Obse Wakgari Jul 1, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Hospitaala Alartitti giddugala namoota dhibee Sammuu qabanii dandamachiisuu ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’amuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 2 fi 386 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jul 1, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Lammiileem Ityoophiyaa kumni 2 fi 386 har’a Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Barattoota Naannoo Tigraayitti argaman ilaalchisee qaama dhimmi ilaallatu waliin mari’atamaa… Sifen Megersa Jun 30, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Barattoota Naannoo Tigraayitti argaman ilaalchisee qaama dhimmi ilaallatu waliin mari'atamaa jiraachuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi dhiyeessii galteewwan qonnaa waktii isaa eeggate qonnaan bultootaaf raabsaa jiraachuu… Sifen Megersa Jun 30, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Ministeerri Qonnaa dhiyeessii galteewwan qonnaa waktii isaa eeggate qonnaan bultootaaf raabsaa jiraachuu beeksiise. Oomishaa fi oomishtummaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Samaraa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 1887 eebbisiise Sifen Megersa Jun 30, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Samaraa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 887 eebbisiiseera. Barattoota yuunvarsiitichi har’a eebbisiise…
Oduu biyya keessaa Albamiin Haacaaluu Hundaassaa ‘Maal Mallisaa’ addunyaarratti sadarkaa 3ffaa qabachuu ibsame Sifen Megersa Jun 30, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Albamiin Hacaaluu ‘Maal Mallisaa’ iTunes Worldwide Chart irratti sadarkaa 3ffaa qabachuu himameera. Albamiin Hacaaluu Hundeessaa…
Oduu biyya keessaa Ummanni Tigraay olola sobaa garee ABUTtiin caalmaatti akka hin miidhamne of eeguu akka qabu ibsame Sifen Megersa Jun 30, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Ummanni Tigraay olola sobaa garee ABUTtiin caalmaatti akka hin miidhamne of eeggachuu akka qabu Paartiin Diimookiraatawaa Tigraay hubachiise.…