Oduu biyya keessaa Gujii Lixaatti deegarsi hoggansa jijjiirramaa gaggeeffame Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Godina Gujii Lixaa magaalaa Bulee Horaatti hiriirri deeggarsaa hoggansa jijjiiramaa gaggeeffameera. Hiriira kanarratti jiraattoonni aanaalee…
Oduu biyya keessaa Boordichi labsii Filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi namuusa filannoorratti fooyya’iinsa taasiisa Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa labsii Filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi namuusa filannoo lakkoofsa 1162/2011 keewwata 31/3 irratt fooyya’iinsa…
Idil Addunyaa Ameerikaan fonqolcha Maaynaamaar hordoftee biyyattiirra qoqqobbii akka keessu akeekkachiifte Obse Wakgari Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Preezdantiin Ameerikaa Joo Baayidaan erga waraanni Maaynaamaar aangoo fudhateen booda biyyattiirra qoqqobbii akka kaa’an akeekkachiisan.…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni magaalaa Gimbii hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadiif ba’an Obse Wakgari Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Jiraattonni aanaalee Wallaggaa Lixaa fi magaalaa Gimbii deeggarsaa fi tumsa hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira…
Oduu biyya keessaa Sosochiin biyyaalessaa ‘akka isin tajaajilluuf haguuggii fuulaa godhadhaa’ manneen barnootaa… Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Sosochiin biyyaalessaa ‘akka isin tajaajilluuf haguuggii fuulaa godhadhaa’ manneen barnootaa keessatti ifatti eegalameera. Sosochicha Ministeerr…
Oduu biyya keessaa Mariin Hidha Haaroomsaa Guddichaa karaa sirrii ta’een hooggansa Gamtaa Afrikaatiin akka itti fufuu… Obse Wakgari Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Ambaasaaddarri Ministeera Dhimmaa Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin hojiiwwan diippiloomaasii Ityoophiyaa ilaalchisee ibsa torbe laataniiru.…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Harargee Bahaa fi Lixaatti hiriirri deeggarsaa Dooktar Abiy gaggeeffame Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Aanaalee fi Magaaloota Godina Harargee Bahaa fi Lixaa garaagaraa keessatti hiriirri deeggarsa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif ba’ameera.…
Oduu biyya keessaa Giiftii Dureen Zinnaash Taayyachaw Giddugala Faawundeeshiinii Dibooraatti ijaarsa mana barumsaa… Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Giiftii Dureen Zinnaash Taayyachaw giddugala Faawundeeshiinii Dibooraatti ijaarsa mana barumsaa fedhii addaa eegalchiisaniiru. Waajjirri Giiftii…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan Gaanfa Afrikatti ergamaa addaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin… Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Gaanfa Afrikatti ergamaa addaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Paarfaayit…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaan miidiyaa hawaasaan odeeffannoo sobaa tatamsaasaa turan karaa seeraan alaa biyyaa… Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Namoonni dhuunfaan miidiyaalee hawaasummaan maqaa Raayyaa Ittisaa gurraachessuu fi tokkummaa biyyaa balaarra buusuuf odeeffannoo sobaa…