Uncategorized Imalli Miiltoo Faanaa waggaa 1ffaan kabajame Sifen Megersa Jun 27, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2013 (FBC) – Miiltoon Faanaa daawwattoota isaa waliin tarkaanfachuu erga eegalee har'a waggaa 1 lakkoofsiseera. Miiltoon Faanaa, Waggaa 1ffaan…
Ispoortii Taphoota moo’atanii darbuu Waancaa Awurooppaan Deenmaark Weelsi injifatte Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) –Taphoota moo'atanii darbuu Waancaa Awurooppaa har'a weelsii fi Deenmaark gidduutti gaggeeffameen Deenmaark goolii 4 fi 0n injifatteerti. Dolberg…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Afaar Baajata dabalataa miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 30 raggaasiise Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa'ii Ariifachiisaa 3ffaa gaggeesseen Baajata dabalataa miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 30 raggaasiiseera. Manni…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfiin harcaatoota garee ABUT irratti fudhatamu cimee itti fufa – Komishinii Poolisii… Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) –Duulli harcaatuuwwan garee ABUT adamsuun tarkaanfii irratti fudhachuu eegalame cimee kan itti fufu ta'uu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.…
Biiznasii Ityoophiyaan tokkummaan diingandee fi tumsi naannawaa Baha Afrikaa akka cimu ni hojjetti- Obbo… Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan tokkummaan diingandee fi tumsi naannawaa Baha Afrikaa akka cimu fedhii jabaa qabaachuu Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad…
Oduu biyya keessaa Iyyannoon Paartilee siyaasaa erga ilaallamee booda bu’aan filannoo kan ibsamu ta’a – Boordii… Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa haala Waliigalaa adeemsa filannoo marsaa 6ffaa hanga ammaa jiru ilaalchisee ibsa laateera. Iyyannoon Paartilee…
Oduu biyya keessaa Adeemsa sagalee laachuu filannoo bara kanaa keessatti eeggumsi mirga namoomaa milkaa’aa ture jedhame Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Adeemsa sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa keessatti eeggumsi mirga namoomaa milkaa’aa turuu Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Walisootti hojiin Tajaajila Lammummaa eegalame Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Sagantaan tajaajila Lammummaa Magaalaa Walisootti eegalameera. Sagantichi bakka hoggantoonni mootummaa federaalaa, naannolee fi kutaaleen…
Oduu biyya keessaa Proojektiin misooma Jallisii Qulumsaa eebbifame Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Giddugalli Qorannoo Qonnaa Qulumsaa Birrii Miiliyoona 50n kan ijaarsiise Proojektiin misooma Jallisii eebbifameera. Proojektiin kun Bishaan…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa Miizan Amaanitti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Baajaajii namoota 7 feete imalaa turterra balaa Tiraafika qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbuu Qajeelchi Poolisii Godina Beenchii Shakkoo ibseera.…