Paartileen siyaasaa iyyannoo qaban guyyoota 2 keessaatti dhiyeeffachuu akka qaban boordiin filannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) – Paartileen siyaasaa iyyaannoo qaban ulaagaa barbaachisu guutuun guyyoota 2 keessaatti dhiyeeffachuu akka qaban Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…