Oduu biyya keessaa Ijaarsi Proojektii Bishaan Dhugaatii Magaalaa Jigjigaa eegalame Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Naannoo Soomaalee obbo Musxafee Mahaammad ijaarsa Proojektii Bishaan Dhugaatii Magaalaa Jigjigaa eegalchiisan.…
Oduu biyya keessaa Obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyi Uhuuruu Keeniyaataa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI duraanii fi dura taa’aan Qindoomina ‘Green Revolution Africa’ obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyi Preezdaantii Keeniyaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Yeroo naannoo Tigraay ajjeechaa lammiilee nagaarratti raawwatameef gadda itti dhaga’ame… Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) - Bulchiinsi Yeroo naannoo Tigraay ajjeechaa garee ABUTtiin lammiilee nagaarratti raawwatameef gaddi guddaan itti dhaga’amuu ibseera. Gareen…
Oduu biyya keessaa Karaan rakkoolee Afrikaa furuun danda’amu beekkumsa qofaani – Dooktar Abiy Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad rakkoolee Afrikaa furuun kan danda’amu beekkumsa qofaa ta’uu ibsan. Akkaadaamiin hayyoota…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa magariisaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa magaalaa Finfinnee mata duree ‘Finfinnee yaa uwwifnu’ jedhuun jiddugala kunuunsa biqiltuu Gullalleetti gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 380 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 380 Sa'uudi Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru. Lammiileen deebi’an kunneen Buufata…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Bulee Horaa Abbaa Gadaa Jiloo Maandhootiif Dooktareetii kabajaa kenne Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Yuunivarsitiin Bulee Horaa Abbaa Gadaa Jiloo Maandhootiif Dooktareetii kabajaa laachuu ibsame. Abbaan Gadaa Jiloo Maandhoo sirni Gadaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin Lammiilee Saa’ud Arabiyaa jiran gara biyyaa deebisuu eegalame Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Hojiin Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiran gara biyyaa deebisuu har’a balallii 6 eegalamuu Riyaaditti Imbaasiin Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraatiin barsiisaa ture eebbisiiseera. Barattoota ogummaa garaagaraan digrii jalqabaa fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Akkaadaamii hoggansa Afrikaa eebbisiisan Sifen Megersa Jun 26, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Akkaadaamii Hoggansa Aafrikaa eebbisiisaniru. Akkaadaamiin Hayyoota Hoggansa Afrikaa iddoo…