Karaan rakkoolee Afrikaa furuun danda’amu beekkumsa qofaani – Dooktar Abiy
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad rakkoolee Afrikaa furuun kan danda’amu beekkumsa qofaa ta’uu ibsan.
Akkaadaamiin hayyoota…