Oduu biyya keessaa Giddugalli nyaata Tasfaa Birhaan 6ffaan eebbifame Obse Wakgari Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Giddugalli nyaata Tasfaa Birhaan 6ffaan eebbifameera. Giddugalli nyaata Tasfaa Birhaan damee Kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftoo naannoo Jamoo…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni dubartootaa fi haadholii Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyaaf galaa… Obse Wakgari Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Hoggantoonni dubartootaa fi haadholii Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyaaf galaa qopheessaniiru. Ityoophiyaa baraaruuf raayyaa ittisa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee amantaa magaalaa Finfinnee marii gaggeessaa jiru Sifen Megersa Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee mata duree ‘Duudhaalee Amantaaleen waliin qabnu Nageenyaa fi Tokkummaa biyyaatiif’ jedhuun marii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa sadaffaan muul’ate Obse Wakgari Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Weerarri vaayrasii koroonaa sadaffaan Ityoophiyaatti muul’achuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsaniiru. Ityoophiyaatti torbee…
Oduu biyya keessaa Humni Waloo qaamolee gareen shororkeessaa ABUT iddoo adda addaatti facaase seeratti dhiyeessu… Sifen Megersa Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Humni Waloo qaamoleen gareen shororkeessaa ABUT iddoo adda addaatti facaase to’achuun seeratti dhiyeessuuf dandeessiisu hundaa’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Sochii gareewwan shororkeessitoota Shanee fi ABUT ittisuuf qophii ga’aa taasisaa jiraachuu Godinni… Obse Wakgari Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Sochii gareewwan shororkeessitoota Shanee fi ABUT ittisuuf qophii ga’aa taasisaa jiraachuu Godinni Adda Saba Oromoo beeksise Hoggantoonni hojii…
Oduu biyya keessaa Godinni Giddugaleessa Goondar Duula olaantummaa seeraaf Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 65… Sifen Megersa Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Godinni Giddugaleessa Goondar Duula olaantummaa seeraaf Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 65 deeggarsa taasiisuu beeksiiseera. Aggaammii duula…
Fayyaa Baatii tokko keessaatti lammiilee miiliyoona 1 talaaluuf duulli eegale Obse Wakgari Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Baatii tokko keessaatti lammiilee miiliyoona 1 talaaluuf duulli eegaluu hogganaan Biiroo Eegumsa Fayyaa magaalaa Finfinne Dooktar Yohaannis Caalaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoon naannoo Tigraay dhimma keessoo Ityoophiyaati – Itti aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Sifen Megersa Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Rakkoon naannoo Tigraay dhimma keessoo Ityoophiyaati jedhan Itti aanaan Preezdaantii Sudaan Kibbaa Huseen Abduul Baaggii Akool. Sudaan…
Oduu biyya keessaa Ajejaan Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Jeneraal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Soomaaliyaa waliin… Sifen Megersa Aug 23, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) –Ajejaan Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Somaaliyaa waliin mari'atan Jeneraal Birhaanuu Juulaan, Ajejaa…