Manni Maree naannoo Hararii labsiiwwanii fi muudamoota dhiyaatan raggaasiisuun xumurame
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) –Yaa'iin Idilee 1ffaa bara hojii 6ffaa Mana Maree naannoo Hararii guyyoota 4f gaggeeffamaa ture labsiiwwanii fi muudamoota dhiyaatan raggaasiisuun…