Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Xaaliyaanii Finfinnee galan Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee Xaaliyaanii Jii'orjiyaa Meelooniin Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf Finfinnee galan.…
Biiznasii Gatiin Beenzilaa, Naafxaa Adii fi Kiroosinii haaluma dura tureen itti fufa Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Baatii Hagayyaa keessaa Gatiin gurgurtaa qinxaaboo Beenzilaa, Naafxaa Adii fi Kiroosinii haaluma dura tureen itti fufa jedhe Ministeerri Daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Damee Qonnaan fayyadamummaa dargaggootaa giddugaleessa godhattee hojjetaa jirti… Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan Damee Qonnaan fayyadamummaa dargaggootaa giddugaleessa godhattee hojjetaa jirti jedhan Ministirri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari'atan. Pireezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek…
Oduu biyya keessaa Ministirri Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa fi Eegumsa Naannoo Emireetoota Araba Gamtoomanii Finfinnee… Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa fi Eegumsa Naannoo Emireetoota Araba Gamtoomanii Amnaa Biinti Abdullaahii Al Daahiik Al Shaamsii…
Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Taanzaaniyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa Mahimmuud Taabiit Koomboon Finfinnee galan. Ministirichi Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Muhaammad hojiilee misoomaa magaalaa… Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Pireezidaantii Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Muhaammadii fi Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa guddina ijoollummaa duraa caalmaatti cimsuuf hojjetamaa jira – Kantibaa Adaanech… Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Sagantaa guddina ijoollummaa duraa bu'ura ijaarsa biyyaa godhannee xiyyeeffannoon hojjetaa jira jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee.…
Oduu biyya keessaa Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Magaalaa Finfinneetti Giddugala Gurgurtaa fi Kuusaa… Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii hojiilee Itiyoophiyaan Tiraansfoormeeshinii nyaataan hojjechaa jirtu daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Afrikaatti Daayrektara UNDP waliin mari’atan Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mootummoota Gamtoomaniti Gargaartuu Barreessituu fi Afrikaatti Daayirektara UNDP Ahunaa Iziyaakonwaa waliin…