Komiishinichi Oromiyaatti filannoon gaggeeffame nagaan xumuramuu isaaf qaamolee tumsa taasisaan…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Komishiniin Poolisii Oromiyaa naannichaatti guyyaa kaleessaa filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffa gaggeeffame nagaan xumuramuu isaaf hawaasaa fi qaamolee…