Oduu biyya keessaa Filannichi haalaa gaariin gaggeeffamaa jira-Boordii Filannoo Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Walitti qabduun Boordiin Filannoo Biyyoolessaa aadde Burtukaan Miidhaksaa hanga ammatti adeemsii filannichaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Godina Qellem Wallaggaatti filannoo marsaa 6ffaa kara nagaan gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti Filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffama jira jedhameera. Godinichatti Buufataalee filannoo garagaraa irratti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti duulli Ashaaraa Magarisaa gaggeeffame Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti duulli Ashaaraa Magarisaa gaggeeffameera. Bara kana akka magaalaa Adaamaatti biqiltuun miiliyoona 4 dhabamuuf kan…
Oduu biyya keessaa Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Aanaa Barakitti filannoon… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Aanaa Barakitti filannoon karaa nagaan gaggeeffamaa jira jedhame.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahiwarqi filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laatan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laataniiru. Preezdaant Saahilawarq Kutaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalee Uumaan filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laatan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalee Uumaan filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laataniiru. Injiinar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Diimaa Nagawoo filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laatan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Dhuunfaan Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf kan dorgoman Dooktar Diimaa Nagawoo Godina Iluu Abbaa Boor buufata filannoo Goree 04’tti argamuun sagalee…
Waajabila Faanaa Misirroowwan barii cidha isaanii filannoo marsaa 6ffaa filatan Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa aanaa Qaalluutti Misirroowwan kaleessa cidha isaanii raawwatan filannoo marsaa 6ffaa filataniiru. Dargaggoo Muhaaddiin…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii fi magaalaa Asallaatti filannoo gaggeessuu cinaatti dhaabbiin biqiltuu raawwatamaa jira… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Arsii fi Magaalaa Asallaatti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Jiraattoonni godinichaa fi magaalaa…
Oduu biyya keessaa Adeemsi filannoo rakkoo nageenyaa tokko malee gaggeeffamaa jira – Komishinii Poolisii Federaalaa Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Adeemsi filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaan rakkoo nageenyaa tokko malee gaggeeffamaa jiraachuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.…