Taajjabaan paartii morkataa kakaasii filannoo gaggeessaa ture harkaaf harkatti poolisiin to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa aanaa Minjaar Shankoraatti taajjabaan paartii morkataa kakaasii filannoo gaggeessaa ture harkaaf harkatti poolisiin…