Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Angoolaa Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Angoolaa Zyaawoo Maanu'eel Goonsaalvees Looreensi Yaa'ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jimmaatti boba’aan seeraan ala gurguramaa ture to’atame Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Magaalaa Jimmaatti namoonni seeraan alaa jaarkaanii fi qaruuraa pilaastikaan boba’aa beenzilaa seeraan ala mana jireenyaa fi suuqii kireefachuun gatii…
Oduu biyya keessaa Aadaa fi Duudhaa ummata Oromoo guddisuuf haaromsa barbaachisa-Obbo Awwaluu Abdii Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Aadaa fi Duudhaa ummata Oromoo guddisuufi cimsuuf haaromsi barbaachisaa ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jeneraalota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jeneraalota hoggantota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii haaromsaa fudhatameen dameewwan diinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan injifannoon… Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC)-Mootummaan Paartii Badhaadhinaan durfamu tarkaanfiiwwan haaromsaa waggoottan jahan darbanitti fudhateen dameewwan diinagdee, hawaasummaa fi siyaasaan…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Baarbaadoos Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee Baardaaboos Miyaa Amoor Mootilee Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Ministirri Muummee Baarbaadoos…
Oduu biyya keessaa Boordichi Sochii Siyaasaa ABUT dhorke Tsehay Guluma Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Sochii Siyaasaa Adda Bilisummaa Ummata Tigraayi dhorkeera. Boordichi ibsa baaseen ABUT Hagayyaa darberraa eegalee…
Oduu biyya keessaa Buufanni Meeshaalee Gogaa Mojoo ijaarama jiru jila Jibuutiin daawwatame Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Jilli Jibuutii Ministira Bu’uuraalee Misoomaa fi Meeshaalee Jibuutii Hasan Hamudiin durfamu ijaarsi isaa xumuramaa kan jiru Giddugalaa Buufataa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Haaromsa Aadaa Oromoorratti xiyyeeffate Geggeeffamaa Jira Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Waltajjiin mariin haaromsa Aadaa Oromoo mata duree "Haaromsa Aadaatiin seenessa dogoggoraa qajeelchinee seenessa waloo ijaarra" jedhuun geggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan “Yaa’ii Idil Addunyaa Jallisii fi Omisha Jijjiirama Qilleensaa Dandamatu”… Debela Tadesse Feb 13, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC)-Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Doktar Fitsum Asaffaan “Yaa'ii Idil Addunyaa Jallisii fi Omisha Jijjjiirama Qilleensaa Dandamatu” irratti muuxannoo…