Maqaleetti midhaan deeggarsaa kuntaalli 400 kuusaa dhuunfaa keessatti bu’aa ture to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Magaalaa Maqaleetti Midhaan deeggarsa namoomaa kuntaalli 400 kuusaa dhuunfaa lama keessatti bu’aa ture eeruu ummataan to’atamuu ibsameera.…