Oduu biyya keessaa Ajajni Bahaa garee shororkeessaa barbadeessaa jira jedhame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Miseensoonni Ajej Bahaa Raayyaa Ittisaa Naannoo Afaariitti Humna garee Shororkeessaa ABUT barbadeessaa jiraachuu Meejar Jeneraal Balaay Siyyuum…
Oduu biyya keessaa “Finfinneetti Aadaa fi Afaan Oromoo dagaagsuun filannoo osoo hintaane dirqama keenya” – obbo… Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Finfinnee keessatti aadaa, aartii fi Afaan Oromoo dagaagsuurratti xiyyeefatee hojjechaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Lammiilee sababa garee shororkeessaa ABUTtiin buqqa’aniif deeggarsi taasiifamaa jira jedhame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Naannoo Amaaraatti lammiilee sababa gochaa badii garee ABUT rawwataa jiruun qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsi taasifamaa…
Oduu biyya keessaa Dhaloonni hara’aa seenaa biyya kana keessatti gumaacha qabu beekuu fi injiffannoowwan argate itti… Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Waltajjiin marii Gumii Balal marsaa 10ffaan mata duree ‘’Birmadummaa Ityoophiyaa tiksuuf ga’ee Oromoo jedhuun Waajjira Preezdaantii bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Samaraatti lammiilee buqqa’aniif sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Magaalaa Samaraatti lammiilee qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jigjigaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa Biyyaa fi balaaleffannaa garee ABUT gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Kibbaa Yaa’ii gaggeessaa jira Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Manni Maree Naannoo Kibbaa Yaa’ii idilee 13ffaa marsaa 3ffaa bara hojii 8ffaa gaggeessuu eegaleera jedhame. Yaa’iichi gabaasa Raawwii…
Oduu biyya keessaa Mariin Gumii Balal Marsaa 10ffaan geggeeffamaa jira Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Mariin Gumii Balal Marsaa 10ffaan Mata-duree “Birmadummaa Ityoophiyaa Tiksuu fi ga’ee Oromoo “jedhurratti mari’atamuuf qophaa’e eegalee jira.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiisaa jira Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 5 fi 903 marsaa 16ffaaf ture eebbisiisaa jira. Barattoota guyyaa…
Ispoortii Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu qaba jedhame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu akka qabu Komishinarri Komishinii Ispoortii obbo Nasir Huseen ibsan.…