Magaalootaatti tajaajila wal’ansa cimaa fi balaa tasaa fooyyeessuuf hojjetamaa jira-Dooktar Liyaa
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Magaalootaatti tajaajila wal’ansa cimaa fi balaa tasaa fooyyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan himaniiru.…