Miseensoonni Faawundeeshinii Raayyaa Ittisaa fi Hojjettoonni Siivilii dhiiga arjooman
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Miseensoonni Faawundeeshinii Raayyaa Ittisaa fi Hojjettoonni Siivilii 'Dhiiga keenyaa Raayyaa Ittisaaf' mata duree jedhuun dhiiga arjoomaniiru.…