Oduu biyya keessaa Proojektiin Addabaabaay Masqalaa eebbifame Sifen Megersa Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Proojektiin Addabaabay Masqalaa hanga Mana Qopheessaa eebbifame. Proojektii Addabaabayi Masqalaa hanga Mana Qopheessaa baasii Birrii biiliyoona 2.6…
Oduu biyya keessaa Seenaa fi hambaa gatame kunuunsuun madda Tuurizimii taasiifna malee hin diignu – Aadde… Sifen Megersa Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC) - Seenaa fi hambaa gatame kunuunsuun madda Tuurizimii taasiifna malee hin diignu jedhaan Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.…
Oduu biyya keessaa Carraa amma jirutti fayyadamnee biyya keenya kufaatii keessaa baasuuf har’a cimnee hojjechuu qabna… Sifen Megersa Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC) -Carraa amma jirutti fayyadamnee biyya keenya kufaatii keessaa baasuuf har’a cimnee hojjechuu qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimed.…
Idil Addunyaa Miseensoonni garee biyyoota 7 talaallii vaayrasii koroonaa biiliyoona 1 arjoomuufi Obse Wakgari Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Miseensoonni garee biyyoota 7 talaallii vaayrasii koroonaa biiliyoona 1 biyyoota guddinarra jiraniifi arjoomuufi waliigalan. Deeggarsichi waggaa itti…
Oduu biyya keessaa Kanaan booda Oromiyaa keessatti hojiitu eegala malee dhagaan bu’uura hin taa’u –Preezdaant Shimallis Obse Wakgari Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan kanaan booda Oromiyaa keessatti hojiitu eegala malee dhagaan bu’uura hin taa’u…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Naqamtee eegale Obse Wakgari Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Sirni Jalqabbii Ijaarsa Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Naqamtee guyyaa har'aa bakka Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa daandii Aspaaltii konkiiriitii Naqamtee-Soogee – Kemaashii-Qoncoof dhagaan bu’uraa… Obse Wakgari Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Jilli preezdantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Shimmallis durfamu ijaarsa daandii Aspaaltii konkiiriitii Naqamtee-Soogee - Kemaashii-Qoncoo kiiloo meetira…
Oduu biyya keessaa Iddoowwan adda addaatti hiriirri deeggarsa paartiilee siyaasaa gaggeeffame Obse Wakgari Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Kutaa biyyatti garagaraatti hiriirri deeggarsa paartiilee siyaasaa gaggeeffameera. Hiriirri deeggarsa paartii badhaadhinaa naannoo Oromiyaa iddoowwan…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Eegumsa Fayyaa godina Jimmaa bakka hoggantoonni naannoo fi godina argamanitti eebbifame Obse Wakgari Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Waajjirri Eegumsa Fayyaa Godina Jimmaa bakka hoggantoonni naannoo fi godina argamanitti eebbifameera. Waajjirichi duraan mooraa yuunvarsitii Jimmaa…
Oduu biyya keessaa Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Najjootti raabsaa humna eletirikaa eebbisiise Obse Wakgari Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaatin durfamuu Godina Wallaga Lixaa magaalaa Najjootti raabsaa humna elektirikaa…