Proojektiin Paarkiingii Addabaabayii Masqalaa % 90 xummurame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC) - Baasii birrii biiliyoona 2 oliin ijaarramaa kan jiru Proojektiin Paarkiingii Addabaabayii Masqalaa % 90 xummuramuu ibsame.
Hojjettootaa fi qooda…