Idil Addunyaa Ameerikaan hoggantoota fonqolcha Miyaanmaar irra qoqqobbii keesse Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidan aanga'oota fonqolcha Miyaanmaar gaggeesaniirratti ajaja qoqqobbii kaa'uu dandeessiisu dabarsan.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Noorwey waliin mari’ataniiru Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Noorwey Marata Luundamoo waliin…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Tuuriiziimii Ityoo – Jiibuutii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Fooramiin Tuuriiziimii Ityoo – Jiibuutii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Ityoophiyaa fi Jiibuutii hariiroo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Ityoophiyaatti ambaasaadara Jarman waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Ityoophiyaatti ambaasaadara Jarman Isteefan Awur…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Dirree Dawaa yaa’ii idilee 46ffaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) - Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 46ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’iin kanaan gabaasa raawwii hojii…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan 6n darbanitti lammiilee miiliyoona 1.7 carraan hojii uumamuu ibsame Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Baatiwwan 6n darbanitti lammiilee miiliyoona 1.7 carraan hojii Uumamuu Manni Maree Carraa Hojii Uumamuu Biyyaalessaa beeksiseera. Carraan hojii walakkaa waggaatti uumamee…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Hasan Taajjuun Preezdaantii Seeneegaal waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Seeneegaalitti Ambaasaaddari Ityoophiyaa Ambaasaaddar Hasan Taajjuun Preezdaantii Seeneegaal Maakiiy Saal waliin mari’atan. Haala hariiroo…
Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 ni laatama Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 kan laatamu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Hospitaalli Haadholii fi Daa’immanii Abbabachi Goobanaa eebbifame Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti guddaa fi ammayya’aa kan ta’e Hospitaalli Haadholii fi Daa’immanii Abbabachi Goobanaa eebbifameera. Itti aantuun Kaantibaa…
Oduu biyya keessaa Godina Guraageetti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy gaggeeffame Sifen Megersa Feb 11, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) - Godina Guraageetti hiriirri deeggarsa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame. Jiraattoonni aanaalee godinichaa hundarra…