Manni Marichaa wixineewwan labsii garaagaraa fooyya’anii dhiyaatanirratti murtoo dabarse
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) - Manni Maree Federeeshiin yaa’ii idilee har’a gaggeesseen wixineewwan labsii garaagaraa fooyya’anii dhiyaatanirratti mari’achuun murtoo dabarseera.…