Sanadoonnii fi maallaqoonni seeraa alaa daddabarfamaa turan shakkamtoota waliin to’annaa jala oolan
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- ABUT Finfinnee hanga Toogoo Caaleetti neetwoorkii diriirsee daddabarsaa maallaqaa seeraan alaa itti fayyadamaa kan turee sanadoonnii fi maallaqoonni…