Oromiyaatti hanga ammaatti qamadini bonee lafa hektara miiliyoona 3 ol irra faca’e
Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti oomishni qamadii bonee lafa hektaara miiliyoona 3 fi kuma 100 fi kuma 97 ol irra faca'uun kunuunfamaa jira.…