Raayyaa ittisa biyyaa deeggaruuf ogeeyyiin yaala fayyaa marsaa 2ffaan gara sana imalan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Tarkaanfii olaantummaa seeraa mirkaneessuuf naannoo Tigraayitti fudhatamaa jiru deeggaruuf ogeeyyiin yaala fayyaa marsaa 2ffaan gara sana imalan.…