Ispoortii Olompikiin Tookiyoo boru ni eegale Sifen Megersa Jul 22, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Olompikiin Tookiyoo bara 2020 guyyaa boruu ni eegalama. Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205 keessaa waliitti babba’an…
Oduu biyya keessaa Hadiyyaa Hoosa’iinaatti Hiriirri deeggarsaa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame Sifen Megersa Jul 22, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Godina Hadiyyaa Hoosaa’iinaatti Hiriirri mormii garee Shororkeessaa ABUT fi deeggarsaa Raayyaa Ittisaa gaggeeffameera. Hiriirichi…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Hiruut Gamtaa Awurooppaatti bakka buutuu addaa gaanfa Afrikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 22, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Hiruut Zammanaan Gamtaa Awurooppaatti bakka buutuu addaa gaanfa Afrikaa Aniit Weebar waliin mari’ataniiru. Haala waaqtawaa…
Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessaa ABUT daa’immaan waraana keessatti hirmaachisaa jira jedhame Sifen Megersa Jul 22, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT daa’immaan waraana keessatti hirmaachisaa jirachuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii mootummaa naannoo Afaar ibse.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan nyaata addunyaa balallii 2ffaa Finfinnee gara Maqalee taasiisuufi Sifen Megersa Jul 22, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Sagantaan nyaataa addunyaa balallii 2ffaa Finfinnee gara Maqalee taasiisuufi jedhame. Dhaabbatichi balallii 2ffaa Buufata Xiyyaaraa…
Fayyaa Dirree Dawaa fi naannoo Harariitti sagantaan torbee galateeffannaa fi beekkamtii ogeeyyii fayyaa… Sifen Megersa Jul 22, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa fi naannoo Harariitti sagantaan torbee galateeffannaa fi beekkamtii ogeeyyii fayyaa gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaan garee shororkeessaa ABUTtiif deeggarsa taasiisaa turan 28 to’ataman Sifen Megersa Jul 22, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Namoonni dhuunfaan garee shororkeessaa ABUTtiif deeggarsa taasiisaa turan 28 qabeenya waliin to’atamuu Komishiniin Poolisii naannoo Somaalee…
Oduu biyya keessaa Guutinsi bishaanii marsaa 2ffaan biyyoota yaa’a gadiirratti miidhaa akka hin uumne agarsiiftudha-… Sifen Megersa Jul 22, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Guutinsi bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan biyyoota yaa’a gadiirratti miidhaan geessiisu akka hin jirre agarsiiftuu ta’uu Ministeerri Dhimma…
Oduu biyya keessaa Hiriirri deeggarsa raayyaa ittisaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame nagaan xumuramuu poolisiin… Sifen Megersa Jul 22, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Hiriirri deeggarsa raayyaa ittisaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame nagaan xumuramuu Komishinii poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Gareen ABUT karoorri haleellaa akka Maayikaadraa magaalaa Humaraatti raawwachuuf yaadee ture… Sifen Megersa Jul 22, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Gareen ABUT karoorri haleellaa akka Maayikaadraa magaalaa Humaraatti raawwachuuf yaadee ture saaxilamuu ibsame. Gareen shororkeessaa ABUT…