Biiznasii Biiroon Galiiwwanii Finfinnee galii Birrii biiliyoona 42.4 walitti qabe Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Bara baajataa 2013’tti galii Birrii biiliyoona 42.4 walitti qabuu, Biiroon Galiiwwanni bulchinsa magaalaa Finfinnee beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Gaamoo deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban hiriira ba’uun ibsan Sifen Megersa Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Gaamoo deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban hiriira ba'uun ibsaniiru. Jiraattoonni kunneenni shira garee ABUTtiin Ityoophiyaan hin…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Dabra Maarqoosii fi Injibaaraan barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan… Obse Wakgari Jul 24, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) –Yuunvarsiitiin Dabra Maarqoosii fi Injibaaraan barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.…
Ispoortii Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo ifatti gaggeeffame Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo 2020 ifatti gaggeeffameera. Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Sangoota 97 fi Re’oota 277… Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Sangoota 97 fi Re'oota 277 taasiisaniiru. Jiraattoonni godinichaa…
Oduu biyya keessaa IGAD tokkummaa naannichaaf kan hojjetu ta’uu ibse Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa ‘IGAD’ tokkummaa naannichaaf kan hojjetu ta’uu beeksiise. Ummattoota biyyoota ollaa Ityoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Noonnoo Beenjaatti balaa Bakakkaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera. Rooba cimaa guyyaa kaleessa…
Biiznasii Bara baajataa kana galiin Birrii biiliyoonni 279 walitti qabame Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Bara baajataa kana galiin Birrii biiliyoonni dhibbi 2 fi biiliyoonni 79 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise. Bara kana…
Ispoortii Ityoophiyaa 1-1 Burrundii Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii har’a Ityoophiyaa fi Burrundii…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Arsii fi Jimmaa gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Jul 23, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Jiraattoonni Godina Arsii fi Jimmaa gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisaniiru. Jiraattonni Godina Arsii sangoota 100, re'ootaa…