Oduu biyya keessaa Ibsa haala yeroorratti preezdaant Shimallis Abdiisaa laataan Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Gareen Juntaa TPLF saboota, sab-lammootaafi ummattoota biyya Itoophiyaarratti miidhaa hamaa geessisaa kan ture ta’uun ni beekama. Humni nama nyaataafi qaanii hin beekne kun gochoota…
Oduu biyya keessaa Maayikaadiraatti lubbuu lammiilee nagaarratti haleellaa raawwatame aangoorraa kan turan bulchaa… Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Maayikaadiraatti lubbuu lammiilee nagaarratti haleellaa raawwatame aangoorraa kan turan bulchaa naannichaa,caasaalee nageenyaa fi dargaggoota ‘Saamrii’…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira dhimma alaa Xaaliyaan Luujii Di Maayoo waliin mari’atan Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaan Luujii Di Maayoo…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti yakkamtoota badii raawwataniiru jedhaman qulqulleessuuf gareen qoratuu hojii… Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayitti yakkamtoota badii raawwataniiru jedhaman qulqulleessuuf gareen qoratuu hojii eegaluu Abbaan Alangaa Waliigala Federaalaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Arbaa Mincitti balaa tiraafikaatin lubbuun namoota 9 darbe Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Magaalaa Arbaa Mincitti balaa tiraafikaatin lubbuun namoota 9 darbu qajeelchi poolisii godinichaa ibse. Ajajan poolisii godinichaa Komaandaar Rattaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti iddoowwan hedduutti humni elektirikaa adda cite deebi’ee hojii eegaleera Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Har’a Ityoophiyaatti iddoowwan hedduutti humni elektirikaa adda citee ture deebi'ee hojii eegaluu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Muummee Ministiraa Xaaliyaan waliin mari’atan Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin ergaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadirraa ergame…
Oduu biyya keessaa Waldaan daldaltoota horii dhaabbii magaalaa Finfinnee deeggarsa Birrii miiliyoona 4 olitti tilmaamu… Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Waamicha deeggarsa itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee taasisaniin Waldaan daldaltoota horii dhaabbii magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Andaargaachaw duula naannoo Tigraayitti gaggeeffama jirun preezdaantii Somaaliyaaf ibsa… Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Gorsaan nageenya biyyoolessaa muummee ministiraa obbo Gadduu Aandaargaachaw duula olaantummaa seeraa kabachiisu naannoo Tigraayitti gaggeeffama jirun…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarqii fi preezdaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing hariiroo biyyoota lamaanii… Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ityoophiyaa Saahilawarq Zawdee hundeeffama hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa fi Chaayinaa waggaa 50 sababeeffachuun preezdaantii…