Gammojji Kibba Biyyatti malee iddowwan heddun rooba gannaa ni argatu
Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Roobni ganna dhufu eggamu kutaa biyyaa gammojji Kibbaa malee iddo heddutti rooba akka argatan Ejansiin meetiyorooloojii biyyaalessaa beeksise.…