Oduu biyya keessaa Aadde Daagmaawiit Gaambeellaa galan Sifen Megersa Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa Aadde Daagmaawiiti Magos daawwannaa hojiif Gaambeellaa galaniiru. Jilli aadde Daagmaawiitiin durfamu wayita…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 212 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 212 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniru. Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaa fi Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan kan itti fufan ta’uu Abbootiin qabeenyaa… Sifen Megersa Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Hidha Haaromsaa fi Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan kan itti fufan ta’uu Abbootiin qabeenyaa magaalaa Finfinnee himan. Bulchiinsi Magaalaa…
Idil Addunyaa Swidiiniitti balaa xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namootaa 9 darbe Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Swidiiniitti balaa xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namootaa 9 darbeera. Balichaan lubbuun namoota 9 darbuun isaa himamaa jira. Xiyyaarittin…
Oduu biyya keessaa Murtoon Mana Maree Nageenyaa bu’aa guddaa Dippiloomaasiiti – Ministeera Dhimma Alaa Sifen Megersa Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Hidhaan Haaromsaa dhimma misoomaa fi dhimma Afrikaa ta’uu mirkanneessuun isaa bu’aa guddaa dippiloomaasiin argame ta’uu…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa wixinee labsii manneen murtii Aadaa hundeessuuf qophaa’erratti marii gaggeessaa… Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Caffeen Oromiyaa, wixinee labsii manneen murtii Aadaa hundeessuuf qophaa’erratti marii gaggeessaa jira. Waltajjicharrattis Afyaa’iin Caffee Oromiyaa ,…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 60 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa 60 Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru. Waajjirri Qonsiilaa FDRI Beeruut qaamolee ilaallatuu waiin ta’uun lammiilee sanadaa hin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti durbatoonni kumni 10 ol sagantaa Ashaaraa Magariisaan Biqiltu dhaaban Sifen Megersa Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Dubartoonni magaalaa Finfinnee mata duree ‘obboleettummaa sabdaneessaa misooma magariisaa keenyaaf’ jedhuun biqiltuu dhaabaniiru.…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Kaamiil magaalaa Harariitti biqiltuu dhaabuun Ashaaraa Magariisaa jalqabsiisan Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil magaalaa Harariitti biqiltuu dhaabuun Ashaaraa Magariisaa jalqabsiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfa Birrii sobaa osoo maxxansanii argaman to’annaa jala oolan Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfa Birrii sobaa osoo maxxansanii argaman to’annaa jala oolaniiru. Kutaa magaalaa Booleetti namoonni dhuufa Birrii…