Naannoo Tigraayitti xaa’oo biyyoo qonna gannaaf barbaachisu keessaa walakkaan naannicha seene
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti xaa’oo biyyoo qonna gannaa bara 2013/14f barbaachisu keessaa walakkaan naannicha qaqqabuu Biiroon Qonnaa fi Misooma Baadiyyaa…