Aadde Adaanach kutaa magaalaa Araadaatti gidduugala nyaataa eebbisiisaniiru
Finfinnee, Eebila 24, 2013 (FBC) - Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Araadaatti Galma giddugala nyaataa 'Tasfaa Birihaan' eebbisiisaniiru.…