Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa fi marii kallattii hojii baatiwwan itti aananii gaggeessaa jira.
Abbaan…