Seenaan Ityoophiyaa Seenaa sabaa fi sablammoota Ityoophiyaa hundaati – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) - Seenaan Ityoophiyaa seenaa Sabaa fi sablamoota Ityoophiyaa hundaa ta'uu isaan eenyuummaa fi seenaa sabaa fi sablamoota hundaa cimsuu fi beeksisuun…