Oduu biyya keessaa Ayyaanni masqalaa guutuu biyyaatti kabajamaa jira Obse Wakgari Sep 27, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2013(FBC)- Ayyaanni masqalaa hordoftoota amantaa kiristaanaan guutuu biyyaatti kabajamaa jira. Kaleessa Ayyaanni Damaraa Masqalaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Dr Abiy Ahimad dhaabbilee fi namoota ayyaanni damaaraa nagaan akka xumuramu taasisan galateeffatan Obse Wakgari Sep 27, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2013(FBC)- Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee fi namoota ayyaanni damaaraa nagaan akka xumuramu taasisan galateeffataniiru Doktaar Abiy…
Oduu biyya keessaa ABUT humnoota federaalaawaa waliin hojjechaan jira jechuun hawaasa burjaajjessaa jira jedhe Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – ABUT humnoota federaalaawaa waliin hojjechaan jira jechuun hawaasa burjaajjessaa jira – Gamtaa Humnoota Federaalaawaa Ityoophiyaa ABUT…
Oduu biyya keessaa Jilli Abbootii qabeenyaa Sudaan guyyaa har’aa Oromiyaa seene Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Jilli Abbootii qabeenyaa Sudaan of keessatti qabate bakkeewwan hawaata tuurizimii Oromiyaa keessa jiran daawwachuudhaaf guyyaa har'aa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa Masqalaa bakka abbootiin amantaa fi amantoonni argamanitti sirna ho’aan… Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Ayyaanni Daamaraa Masqalaa bakka abbootiin amantaa fi amantoonni argamanitti sirna ho’aan kabajameera. Ayyaanni Daamaraa Masqalaa bara 2013…
Oduu biyya keessaa Wixinee labsii sirna seera yakkaa fi ragaa seeraa FDRI 1954 irratti fooyya’insi ta’e Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Manni Maree Ministeerootaa wixinee labsii sirna seera yakkaa fi ragaa seeraa Riippabilikaa Demokiraatawaa…
Oduu biyya keessaa Ajjeechaa Ariist Haacaaluu Hundeessaan walqabatee yakkoota raawwataman qorannoon naannoo Oromiyaatti… Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Ajjeechaa Ariist Haacaaluu Hundeessaan walqabatee yakkoota raawwataman qorannoon naannoo Oromiyaatti gaggeeffamaa ture xumuramuu ibsame…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti ergaa viidiyoo dabarsan Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti ergaa viidiyoo dabarsan. Dooktar Abiy yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Proojaktii Haroo Wanciif Birriin biiliyoona 1.3 ol waadaan seename Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Proojaktii Haroo Wanciif Birriin biiliyoona 1.3 ol waadaan seename. Qophii sagantaa galii walitti qabuu proojaktii Haroo Wanciif Abbootiin…
Teeknooloojii Singaapoor meeshaa fuula lammiiwwan ishee ilaaluun adda baasu hojiirra oolchuu eegalte Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Singaapoor meeshaa fuula lammiiwwan ishee ilaaluun adda baasu hojiirra oolchuu eegalte. Singaapoor meeshaa fuula lammiiwwan ishee ilaaluun adda…