Jilli obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu aanaa Barraakitti faacaasaa qamadii jalliisi eegalchiise
Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Jilli hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu godina addaa Oromiyaa naanawa Finfinnee aanaa Barraak ganda Gurraa…