Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan kabajamuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC) – Poolisii fi ummanni qindoominaan hojjennaan rakkoon nageenyaa uumamu kan hin jiraanne ta'uu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiiseera.
Poolisiin…