Hashiishiin kuntaalli 46 naannoo Amaaraa godina Goondar Lixaatti qabame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Hashiishiin kuntaalli 46 naannoo Amaaraa godina Goondar Lixaatti qabame.
Baalli sammuu namaa adoochu kun ka’umsasaa Shaashamannee kan taasifate…