Bu’aan filannoo beekkamtii Boordii Filannoon ala miidiyaalee hawaasaan tamsaafamaa jiran…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Bu'aan filannoo beekkamtii Boordii Filannoon ala miidiyaalee hawaasaan tamsaafamaa jiran yakka ta’uu itti gaafatamtuun komnikeeshinii Aadde Soliyaanaa…