Magaalaa Sabbataatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) – Balaa Tiraafikaa Magaalaa Sabbataatti muudaten lubbuun namoota 5 yoo darbu namoota 8 irra ammoo miidhan cimaan ga’eera.
Bulchiinsa…