Jiraattoonni magaalaa Sandaafaa Bakkee fi aanaa Alaltuu filannoo guyyaa kaleessa nagaan…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Jiraattoonnii fi caasaa nageenyaa magaalaa Sandaafaa Bakkee fi aanaa Alaltuu filannoon guyyaa kaleessaa nagaan xumuramuusatti gammadu ibsaniiru.…