Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture eebbisiisaa jira
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC)- Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture guyyaa har’aa Magaalaa Bishooftuutti eebbisiisaa jira.…