Manni marichaa hojii seera baasuu, to’annoo fi hordoffii qorannoon deeggaruun hojjechaa jira
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa hojii seera baasuu, to’annoo fi hordoffii qorannoon deeggaruun hojjechaa jira jedhan Af Yaa’iin mana marichaa obbo…